LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • nwt ful. 1523
  • Qabiyyee Amoos

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Qabiyyee Amoos
  • Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Fakkeenya Raajotaa Fudhadhaa—Amos
    Tajaajila Mootummaa—2013
  • Qabiyyee Hisqiʼel
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
  • Qabiyyee Isaayyaas
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
Qabiyyee Amoos

AMOOS

QABIYYEE KITAABICHAA

  • 1

    • Amoos Yihowaa biraa ergaa fudhate (1, 2)

    • Murtii irra deddeebiʼanii finciluu isaaniitiin kenname (3-15)

      • Sooriyaa (3-5), Filisxeem (6-8), Xiiros (9, 10), Edoom (11, 12), Amoon (13-15)

  • 2

    • Murtii irra deddeebiʼanii finciluu isaaniitiin kenname (1-16)

      • Moʼaab (1-3), Yihudaa (4, 5), Israaʼel (6-16)

  • 3

    • Murtii Waaqaa labsuu (1-8)

      • Waaqni iccitii isaa ni mulʼisa (7)

    • Ergaa Samaariyaa irratti dabarfame (9-15)

  • 4

    • Ergaa saawwan Baashaan irratti dabarfame (1-3)

    • Yihowaan waaqeffannaa sobaa Israaʼel ni jibba (4, 5)

    • Israaʼel adaba fudhachuu dide (6-13)

      • “Waaqa kee dura dhaabbachuuf qophaaʼi” (12)

      • ‘Waaqni wanta yaade namatti ni hima’ (13)

  • 5

    • Israaʼel akka durba kuftee ti (1-3)

    • Waaqa barbaaddadhaa, jiraadhaas (4-17)

      • Wanta hamaa jibbaa, wanta gaarii jaalladhaa (15)

    • Guyyaan Yihowaa guyyaa dukkanaa ti (18-27)

      • Aarsaan Israaʼel ni jibbame (22)

  • 6

    • Warra dantaa hin qabneef wayyoo! (1-14)

      • Siree ilka arbaa; saanii golboo daadhii wayinii (4, 6)

  • 7

    • Mulʼatawwan badiisni Israaʼel dhihaachuu isaa argisiisan (1-9)

      • Awwaannisa (1-3), ibidda (4-6), tumbii (7-9)

    • Amoos raajii dubbachuu akka dhiisu itti himame (10-17)

  • 8

    • Mulʼata guuboo firii bonaa qabate argisiisu (1-3)

    • Cunqursitoonni ni balaaleffataman (4-14)

      • Beela hafuuraa (11)

  • 9

    • Murtii Waaqaa jalaa miliquun hin dandaʼamu (1-10)

    • Daasiin Daawit ol ni kaafama (11-15)

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi