LAKKOOFSA
QABIYYEE KITAABICHAA
-
Buufatichi garee gosa sadi sadiin ni hirame (1-34)
Gareen Yihudaa kallattii bahaatiin buufata (3-9)
Gareen Ruuben kallattii kibbaatiin buufata (10-16)
Buufanni Leewwii buufaticha gidduu ni oola (17)
Gareen Efreem kallattii dhihaatiin buufata (18-24)
Gareen Daan kallattii kaabaatiin buufata (25-31)
Lakkoofsa walii galaa dhiirota galmeeffamanii (32-34)
-
Kennaawwan eebba godoo qulqulluu (1-89)
-
Gungummiin Waaqa biraa ibiddi akka buʼu godhe (1-3)
Sabichi foon argachuuf booʼe (4-9)
Museen gaʼumsa akka hin qabne itti dhagaʼame (10-15)
Yihowaan jaarsolii 70f hafuura ni kenne (16-25)
Eldaadii fi Meedaad; Iyyaasuun Museedhaaf ni hinaafe (26-30)
Simbirroonni ni dhufan; sabichi sassata isaatiif ni adabame (31-35)
-
Seera aarsaawwan ilaalchisee kenname (1-21)
Lammii biyyattii fi nama biyya ormaatiif seera tokkotu jira (15, 16)
Aarsaawwan cubbuu utuu itti hin yaadin raawwatamuuf dhihaatan (22-29)
Adaba namni taʼe jedhee cubbuu raawwatu adabamu (30, 31)
Namichi seera Sanbataa cabse ni ajjeefame (32-36)
Uffatawwan andaara isaanii irratti foʼaa qabaachuu qabu (37-41)
-
Uleen Aaron inni late mallattoo taʼe (1-13)
-
Saʼa diimtuu fi bishaan qulqulleessuuf oolu (1-22)
-
Gosoonni Israaʼel yeroo lammaffaadhaaf ni lakkaaʼaman (1-65)
-
Gandeen baha Yordaanositti argaman (1-42)
-
Seera dubartiin dhaala argatte yeroo heerumtu hordoftu (1-13)