LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w25 Waxabajjii ful. 32
  • Caqasoota Yaadachuu

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Caqasoota Yaadachuu
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Macaafa Qulqulluutti Akka Gaariitti Fayyadamaa
    Tajaajila Mootummaa—2009
  • Karaawwan JW Library Fayyadamuun Itti Dandaʼamu
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa barreeffama qo‵annaa walga‵ii(2016)
  • Caqasoota Sirriitti Ibsuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
  • Caqasoota Akka Gaariitti Beeksisuu
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
w25 Waxabajjii ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Caqasoota Yaadachuu

Caqasa Kitaaba Qulqulluu jaallattu tokko yaadachuun sitti ulfaatee beekaa? Tarii caqasichi kan si jajjabeessu, yaada dogoggora injifachuuf kan si gargaaru ykn nama kan biraatiif dubbisuu kan barbaaddu taʼuu dandaʼa. (Far. 119:11, 111) Mee yaadawwan caqasoota yaadachuuf si gargaaran tokko tokko haa ilaallu.

  • Mallattoo appilikeeshinii JW Library® irratti argamu fayyadami. Mallattoo “Caqasootan Jaalladhu” jedhu qopheessiitii caqasoota yaadachuu barbaaddu achi keessatti barreeffadhu.a

  • Caqasicha bakka ilaaluu dandeessu kaaʼadhu. Caqasa yaadachuu barbaaddu waraqaarratti barreessiitii bakka yeroo baayʼee arguu dandeessu kaaʼadhu. Obboloonni tokko tokko daawwitii irratti maxxansu; kaanimmoo firiijii isaaniirratti maxxansu. Obboloonni caqasa sana suuraa kaasanii iskiriinii kompiitaraa ykn moobaayilii isaaniirra kaaʼatanis jiru.

  • Kaardii xixinnoo qopheeffadhu. Kaardicharratti kallattii tokkoon caqasa Kitaaba Qulqulluu, kallattii kan biraatiinimmoo yaada caqasichaa barreessi. Achiis caqasicha ilaaluudhaan yaada caqasichaa yaadachuuf yaali ykn yaada caqasichaa ilaaluudhaan bakka caqasichi itti argamu yaadachuuf yaali.

a Qabiyyee kana fayyadamuu ilaalchisee odeeffannoo dabalataa argachuuf jw.org irraa viidiyoo Wantoota Jaarmiyichi Raawwate—Yaadawwan JW Library Fayyadamuuf nu Gargaaran jedhu ilaali.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi