LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • w25 Onkoloolessa ful. 32
  • Wantoota Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Kee Hordofuuf Si Gargaaran

Filannoo kanaaf viidiyoon qophaaʼe hin jiru.

Dhiifama, viidiyicha taphachiisuun hin dandaʼamne.

  • Wantoota Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Kee Hordofuuf Si Gargaaran
  • Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
  • Mata Dureewwan Yaada Wal Fakkaataa Qaban
  • Wantoota Sagaleedhaan Waraabamanitti Fayyadamuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
    Tajaajila Mootummaa—2015
  • Kitaaba Qulqulluu Isa Sagaleedhaan Waraabame Akka Gaariitti Fayyadamaa Jirtuu?
    Jireenyaa fi Tajaajila Kiristiyaanaa Barreeffama Qo‵annaa Walga‵ii—2023
  • Kitaaba Qulqulluu Dubbisuudhaan Faayidaa Guddaa Argachuu kan Dandeessu Akkamitti?
    Bara Baraaf Gammachuudhaan Jiraadhu!—Kitaaba Qulqulluu Qoʼachuudhaan Fayyadami
  • Dubbii Waaqayyoo Dubbisuudhaan Gammadi
    Mana Barumsaa Tajaajila Ti’ookraasiirraa Fayyadami
Dabalataan Ilaaluuf
Masaraa Eegumsaa Mootummaa Yihowaa Beeksisu (Maxxansa Qayyabannaa)—2025
w25 Onkoloolessa ful. 32

YAADA QOʼANNAADHAAF TAʼU

Wantoota Sagantaa Dubbisa Kitaaba Qulqulluu Kee Hordofuuf Si Gargaaran

Hojiin waan sitti baayʼatuuf sagantaa guyyaa guyyaadhaan Kitaaba Qulqulluu dubbisuuf baafatte hordofuun sitti ulfaataa? (Iya. 1:8) Taanaan, yaadawwan armaan gadii hojiirra oolchuuf yaali:

  • Guyyaa guyyaadhaan wanta si yaadachiisu qopheeffadhu. Kitaaba Qulqulluu dubbisuu akka si yaadachiisuuf bilbila keerratti alaarmii guuttadhu.

  • Kitaaba Qulqulluu kee iddoo salphaatti mulʼatu kaaʼi. Isa waraqaadhaan maxxanfamerraa dubbista taanaan bakka yeroo hunda argitu kaaʼadhu.—Kes. 11:18.

  • Isa sagaleedhaan waraabame dhaggeeffadhu. Wantoota tokko tokko yeroo hojjettu dhaggeeffadhu. Taaraan qajeelchituu fi haadha siʼa taatu dabaree halkanii hojjetti; akkas jetteetti: “Yeroon hojii mana keessaa hojjedhutti Kitaaba Qulqulluu isa sagaleedhaan waraabame dhaggeeffachuun koo sagantaa dubbisaa koo dhaabbataa gochuuf na gargaareera.”

  • Abdii hin kutatin. Wanti hin yaadamne sagantaa kee yoo si jalaa jeeqe, yoo xinnaate rafuu kee dura caqasoota muraasa dubbisi. Xinnoo xinnoo yoo dubbistellee fayyadamuu dandeessa.—1 Phe. 2:2.

    Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
    Baʼi
    Gali
    • Afaan Oromoo
    • Ergi
    • Filannoowwan
    • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
    • Walii Galtee
    • Imaammata Mateenyaa
    • Filannaa Dhuunfaa
    • JW.ORG
    • Gali
    Ergi