LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 35:18, 19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Duʼuu ishii yeroo xinnoo dura* (ishiin duʼuu jala geessee waan turteef), maqaa isaa Benʼonii* jettee moggaaste; abbaan isaa garuu maqaa isaa Biiniyaam*+ jedhee moggaase. 19 Raahelis ni duute; karaa gara Efraataa, jechuunis gara Beetaliheemitti geessu irrattis ni awwaalamte.+

  • Uumama 42:38
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 38 Inni garuu, “Ilmi koo isinii wajjin gad hin buʼu; sababiin isaas obboleessi isaa duʼeera, amma kan hafe isa qofa dha.+ Daandii keessan irratti balaa cimaan yoo isa irra gaʼe, isin dhugumaan harrii koo gaddaan+ gara Awwaalaatti*+ gad ni buustu” jedhe.

  • Uumama 43:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaanis akkana jedhanii isaaf deebisan: “Namichi, ‘Abbaan keessan amma iyyuu lubbuudhaan jiraa? Obboleessa kan biraa hoo qabduu?’ jedhee waaʼee keenyaa fi waaʼee firoottan keenyaa kallattiidhaan nu gaafate; nutis wantoota kana isatti himne.+ Akka inni, ‘Obboleessa keessan fidaa’ nuun jedhu akkamitti beekuu dandeenya?”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi