LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 6:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Seenaan Noh kana dha.

      Noh nama qajeelaa ture.+ Inni namoota bara isaatti jiraatan* gidduutti nama balleessaa hin qabne ture. Noh Waaqa dhugaa wajjin ni deeme.+

  • Keessa Deebii 8:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 “Ammas daandiiwwan isaa irra deemuudhaan, akkasumas isa sodaachuudhaan ajajawwan Waaqa kee Yihowaa eegi.

  • Keessa Deebii 13:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Waaqa keessan Yihowaa duukaa buʼaa, isa sodaadhaa, ajajawwan isaa eegaa, sagalee isaa dhagaʼaa, isa tajaajilaa, akkasumas cimsaatii isa qabadhaa.+

  • 3 Yohaannis 4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Ijoolleen koo dhugaa keessa deddeebiʼaa akka jiran dhagaʼuu caalaa wanti gammachuu guddaa naaf argamsiisu* hin jiru.+

  • Yihudaa 14, 15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Eeyyee, Heenok+ inni Addaamii jalqabee dhaloota torbaffaa taʼe, waaʼee isaanii akkana jedhee raajii dubbateera: “Kunoo, Yihowaan* maleekota isaa qulqulluu kumaatama hedduu*+ taʼanii wajjin dhufeera; 15 kan dhufes hundumatti murteessuuf,+ akkasumas wanta gadhee namoonni Waaqayyoon hin sodaanne karaa Waaqayyoof ulfina hin fidneen hojjetan hundumaa fi wantoota suukanneessaa namoonni Waaqayyoon hin sodaanne isa irratti dubbatan hundumaa saaxiluufi.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi