LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 12:1-3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yihowaanis Abraamiin akkana jedhe: “Biyya kee, firoottan kee fi mana abbaa kee dhiisiitii gara biyya ani sitti argisiisu dhaqi.+ 2 Ani saba guddaa sin godha; sin eebbisa; maqaa kee guddaa nan godha; atis warra kaaniif eebba ni taata.+ 3 Warra si eebbisan nan eebbisa; isa si abaaru immoo nan abaara;+ maatiiwwan lafa irraa hundis dhugumaan karaa kee ni eebbifamu.”*+

  • Hojii Ergamootaa 3:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Isin ilmaan raajotaa fi ilmaan kakuu Waaqayyo abbootii keessanii wajjin gale sanaa ti;+ Waaqayyo Abrahaamiin, ‘Maatiiwwan lafa irraa hundi sanyii keetiin ni eebbifamu’ jedheera.+

  • Galaatiyaa 3:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Waaqayyo saboota kaan amantiidhaan qajeelota akka godhu dursee ilaalee, dubbii isaa isa barreeffame keessatti, “Saboonni hundi karaa kee ni eebbifamu”+ jechuudhaan Abrahaamiif dursee misiraachoo labseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi