LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 35:4-9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Museen guutummaa yaaʼii Israaʼeliin akkana jedhe: “Wanti Yihowaan ajaje kana dha: 5 ‘Wanta qabdan keessaa Yihowaadhaaf buusii fidaa.+ Namni fedhii qabu+ hundi Yihowaadhaaf buusii kana haa fidu: warqii, meetii, sibiila diimaa, 6 foʼaa bifa cuquliisaa, suufii bifa dhiilgee, foʼaa diimaa, foʼaa quncee talbaa baʼeessa, rifeensa reʼee,+ 7 gogaa korbeessa hoolaa halluu diimaa cuuphame, gogaa tahaash, muka laaftoo, 8 zayitii ibsaawwanii, baalsaamii zayitii dibataa fi ixaana urgaaʼuuf oolu,+ 9 dhagoota oniiksii fi dhagoota kaan warra efuudii+ fi kiisii qomaa+ irratti maxxanfaman.

  • 1 Seenaa Baraa 29:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Namoonni sun garaa guutuudhaan Yihowaadhaaf kennaawwan kana waan kennaniif, isaan kennaawwan kana fedhiidhaan kennuu isaaniitti baayʼee ni gammadan;+ Daawit mootichis baayʼee ni gammade.

  • 2 Qorontos 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Waaqayyo nama gammachuudhaan kennu waan jaallatuuf,+ namni hundi garaa duuba yookiin dirqamaan utuu hin taʼin,+ akkuma garaa isaatti yaadetti haa kennu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi