- 
	                        
            
            Lakkoofsa 18:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Atii fi ilmaan kee hojiiwwan luboota taʼuudhaan raawwattan warra iddoo aarsaa fi wanta golgaa keessa jiruu+ wajjin wal qabataniif itti gaafatamummaa qabdu; isin tajaajila kana raawwachuu qabdu.+ Tajaajila lubummaa kennaa godhee isiniif kenneera; namni isaaf hin heyyamamne* kam iyyuu achitti yoo dhihaate haa ajjeefamu.”+
 
 -