LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 16:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ani duumessa+ keessatti qadaadicha gubbaatti waanan mulʼadhuuf,+ inni akka hin duuneef+ golgicha+ keessa gara iddoo qulqulluutti,+ jechuunis gara qadaada isa Taaboticha irra jiru fuulleetti yeruma barbaadetti akka hin seenne obboleessa kee Aaronitti himi.

  • Leewwota 16:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 “Achiis inni miʼa ibiddaa,+ ibidda iddoo aarsaa Yihowaa dura jiru irraa fuudhameen guutamee+ fi ixaana urgaa gaarii qabu+ hammaarraa lama fuudhee gara golgichaatti seena.+

  • Ibroota 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Golgaa+ isa lammaffaa duuba immoo kutaan dunkaanichaa, “Hundumaa Caalaa Qulqulluu”+ jedhamu jira.

  • Ibroota 9:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 kutaa isa lammaffaatti garuu luba ol aanaatu kophaa isaa waggaatti al tokko seena;+ inni dhiiga cubbuu ofii isaatii+ fi cubbuu sabichi+ utuu hin beekin hojjeteef dhiheessu utuu hin qabatin hin seenu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi