- 
	                        
            
            Leewwota 7:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
7 Seerri aarsaa cubbuu ilaalchisee kenname aarsaa yakkaatiifis ni hojjeta; inni kan luba isa araara ittiin argamsiisu sanaa ni taʼa.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Qorontos 9:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
13 Namoonni tajaajila qulqulluu raawwatan, wanta mana qulqullummaa keessa jiru irraa akka nyaatanii fi namoonni yeroo hunda iddoo aarsaatti tajaajilan iddoo aarsaa sana irraa qooda isaanii akka fudhatan hin beektanii?+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Qorontos 10:18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
18 Warra fooniin Israaʼelota taʼan ilaalaa: Warri aarsaa sana nyaatan, iddoo aarsaa sana irraa hirmaatu mitii?+
 
 -