LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 14:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Guyyaa torbaffaattis rifeensa mataa isaa, areeda isaa fi nyaara isaa irra jiru hundumaa ni haaddata. Rifeensa isaa hundumaa erga haaddatee booda, uffata isaa ni miiccata, qaama isaa bishaaniin ni dhiqata, achiis qulqulluu ni taʼa.

  • Maarqos 1:44
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 44 “Eenyutti iyyuu homaa akka hin dubbanne of eeggadhu; garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi; isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 5:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Yesuusis eenyutti iyyuu akka hin himne namicha ajaje. Achiis, “Garuu dhaqiitii lubichatti of argisiisi. Isaaniif ragaa akka taʼuttis akkuma Museen ajajetti+ qulqullaaʼuu keetiif kennaa dhiheessi”+ isaan jedhe.

  • Luqaas 17:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Innis yommuu isaan argu, “Dhaqaatii lubootatti of argisiisaa”+ isaaniin jedhe. Isaanis utuma deemaa jiranii ni fayyan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi