LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 “‘Inni aarsaa gubamu kan dhiheessu loon keessaa yoo taʼe, jibicha mudaa hin qabne haa dhiheessu.+ Jibicha kana fedhii isaatiin+ balbala dunkaana walgaʼii biratti Yihowaa duratti haa dhiheessu.

  • Keessa Deebii 12:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaa mannaa, gara bakka Waaqni keessan Yihowaan maqaa isaatiif, akkasumas iddoo jireenyaa isaa akka taʼuuf guutummaa gosoota keessanii gidduudhaa filatu sanaa dhaqaatii achitti isa waaqeffadhaa.+ 6 Aarsaawwan keessan warra gubaman,+ aarsaawwan keessan warra kaan, kurnoowwan keessan,*+ buusii harka keessan irraa kennitan,+ kennaawwan wareegaa keessan, kennaawwan keessan warra fedhiidhaan kennitan,+ akkasumas loonii fi bushaayee keessan keessaa warra jalqaba dhalatan achitti geessitu.+

  • Keessa Deebii 12:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Aarsaawwan kee warra gubaman bakkuma argite hundatti akka hin dhiheessine of eeggadhu.+ 14 Aarsaawwan kee warra gubaman naannoowwan gosa kee keessaa bakka Yihowaan filatutti qofa dhiheessi; wanta ani si ajaju hundumaas achitti raawwadhu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi