LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 5:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Namni sun cubbuu hojjete sana haa himatu;*+ yakka isaatiifis kiisii godhee gatii guutuu haa kaffalu; akkasumas gatii sana keessaa harka shan keessaa harka tokko itti dabalee haa kaffalu;+ isas nama balleessaa irratti raawwate sanaaf haa kennu.

  • Faarfannaa 32:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  5 Dhuma irratti cubbuu koo sitti nan himadhe;

      Dogoggora koo hin dhoksine.+

      Ani, “Balleessaa koo Yihowaatti nan himadha” nan jedhe.+

      Atis dogoggora koo fi cubbuu koo naaf dhiiste.+ (Seelaa)

  • Fakkeenya 28:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+

      Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+

  • 1 Yohaannis 1:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Waaqayyo amanamaa fi qajeelaa waan taʼeef, cubbuu keenya yoo himanne, inni cubbuu keenya nuuf dhiisa, akkasumas jalʼina hundumaa irraa nu qulqulleessa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi