Baʼuu 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+ Baʼuu 13:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 dhiira angafa taʼe* hundumaa, akkasumas horii qabdu keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Yihowaadhaaf adda baasi. Dhiironni kun kan Yihowaa ti.+ Leewwota 27:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Haa taʼu malee, inni Yihowaadhaaf angafa taʼee waan dhalateef,+ eenyu iyyuu horii jalqaba dhalate qulqulluu godhee kennuu hin dandaʼu. Jibichas taʼe hoolaa, duruma iyyuu inni kan Yihowaa ti.+
2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+
12 dhiira angafa taʼe* hundumaa, akkasumas horii qabdu keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Yihowaadhaaf adda baasi. Dhiironni kun kan Yihowaa ti.+
26 “‘Haa taʼu malee, inni Yihowaadhaaf angafa taʼee waan dhalateef,+ eenyu iyyuu horii jalqaba dhalate qulqulluu godhee kennuu hin dandaʼu. Jibichas taʼe hoolaa, duruma iyyuu inni kan Yihowaa ti.+