-
Baʼuu 34:19, 20Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 “Dhiirri angafa taʼe kam iyyuu* kan koo ti;+ qotiyyoos taʼe hoolaa, horii kee keessaa kormaan jalqaba dhalatu hundi kan koo ti.+ 20 Harree jalqaba dhalate hoolaadhaan furi. Yoo furuu baatte garuu morma isaa cabsi. Ilmaan kee keessaa isa angafa taʼe hundumaa furi.+ Eenyu iyyuu harka duwwaa ana duratti hin dhihaatin.
-