LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 17:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Guutummaan yaaʼii Israaʼel akka ajaja Yihowaan kennetti+ bakka adda addaa buufachaa lafa onaa Siin+ keessaa baʼanii deeman; achiis Refiidim keessa buufatan.+ Haa taʼu malee, sabichi bishaan dhugu hin qabu ture.

  • Lakkoofsa 10:11-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Waggaa lammaffaatti, waggicha keessaa jiʼa isa lammaffaatti, jiʼicha keessaas guyyaa 20ffaatti,+ duumessi sun godoo qulqulluu Dhugaa Baatuu sana irraa ni kaʼe.+ 12 Kanaafuu, Israaʼelonni duraa duuba adeemsa isaanii hordofanii lafa onaa Siinaa keessaa baʼanii deemuu jalqaban;+ duumessichis lafa onaa Phaaraan+ keessa ni qubate. 13 Ajaja Yihowaan karaa Musee kenne hordofuudhaan yeroo jalqabaatiif kaʼanii kan deeman yeroo kanatti ture.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi