Baʼuu 32:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Museenis akkana jedhee Waaqa isaa Yihowaa kadhate:+ “Yaa Yihowaa, ati humna kee isa guddaa fi harka kee isa jabaadhaan biyya Gibxii keessaa saba kee erga baastee booda, aariin kee isaan irratti akka bobaʼu maaliif goota?+ Keessa Deebii 9:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Yihowaan akka malee isinitti aaree+ haxaaʼee isin balleessuuf qophaaʼee waan tureef, ani sodaadheen ture. Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo sanattis na dhagaʼe.+ Faarfannaa 106:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Inni haxaaʼee isaan balleessuuf kaʼee ture,Haa taʼu malee, Museen inni isaaf filatame sunDheekkamsi isaa inni badiisa fidu isaan irraa akka goru gochuuf isaaniif ni kadhate.*+ Yaaqoob 5:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+
11 Museenis akkana jedhee Waaqa isaa Yihowaa kadhate:+ “Yaa Yihowaa, ati humna kee isa guddaa fi harka kee isa jabaadhaan biyya Gibxii keessaa saba kee erga baastee booda, aariin kee isaan irratti akka bobaʼu maaliif goota?+
19 Yihowaan akka malee isinitti aaree+ haxaaʼee isin balleessuuf qophaaʼee waan tureef, ani sodaadheen ture. Haa taʼu malee, Yihowaan yeroo sanattis na dhagaʼe.+
23 Inni haxaaʼee isaan balleessuuf kaʼee ture,Haa taʼu malee, Museen inni isaaf filatame sunDheekkamsi isaa inni badiisa fidu isaan irraa akka goru gochuuf isaaniif ni kadhate.*+
16 Kanaafuu, fayyuu akka dandeessaniif cubbuu keessan ifatti walitti himadhaa,+ akkasumas waliif kadhadhaa. Wawwaannaan nama qajeelaa humna qaba, namoota gargaaruus ni dandaʼa.+