LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 6:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Eleʼazaar Finahaasiin+ dhalche; Finahaas Abishuwaa dhalche.

  • Izraa 7:1
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Wantoota kana booda, bara bulchiinsa Arxeksis+ mootii Faarsitti Izraan*+ ni deebiʼe. Inni ilma Seraayaa+ yeroo taʼu, Seraayaan ilma Azaariyaa, Azaariyaan ilma Hilqiyaa,+

  • Izraa 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Buqqiin ilma Abishuwaa, Abishuwaan ilma Finahaas,+ Finahaas ilma Eleʼazaar,+ Eleʼazaar ilma Aaron+ isa dura buʼaa lubootaa taʼee ti.

  • Izraa 8:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Bara bulchiinsa Arxeksis+ Mootichaatti dura buutonni manneen abbootii isaanii fi galmeen hidda dhalootaa namoota anaa wajjin Baabilon keessaa baʼanii kanneen kana turan: 2 ilmaan Finahaas+ keessaa Geershom; ilmaan Itaamaar+ keessaa Daaniʼel; ilmaan Daawit keessaa Haxuush;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi