Baʼuu 7:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ilaa, ani Faraʼooniif akka Waaqaa* si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taʼa.+ Baʼuu 28:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 “Obboleessi kee Aaronii+ fi ilmaan isaa+ Naadaab, Abihuun,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ luboota akka naa taʼaniif+ Israaʼelota keessaa waami.
7 Achiis Yihowaan Museedhaan akkana jedhe: “Ilaa, ani Faraʼooniif akka Waaqaa* si godheera; obboleessi kee Aaronis raajii kee ni taʼa.+
28 “Obboleessi kee Aaronii+ fi ilmaan isaa+ Naadaab, Abihuun,+ Eleʼazaarii fi Itaamaar+ luboota akka naa taʼaniif+ Israaʼelota keessaa waami.