Uumama 29:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde. Uumama 46:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+ Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+
35 Ishiin ammas ulfooftee ilma deesse; achiis, “Amma ani Yihowaa nan jajadha” jette. Kanaafuu, maqaa isaa Yihudaa*+ jettee moggaaste. Sana booda ishiin daʼumsa ni dhaabde.
12 Ilmaan Yihudaa,+ Eer, Onaan, Sheelaa,+ Faaresii+ fi Zeeraa+ turan. Haa taʼu malee, Eerii fi Onaan biyya Kanaʼaan keessatti duʼan.+ Ilmaan Faares, Hesroonii fi Hamuul turan.+