LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Lakkoofsa 32:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Kanaafuu, Museen bulchiinsa Sihoon+ isa mootii Amoorotaa taʼe sanaa fi bulchiinsa Oog+ isa mootii Baashaan taʼe sanaa, jechuunis biyya isa naannoowwan sana keessatti qabeenya magaalota isaa taʼee fi magaalota biyya isa isatti marsee argamu sanaa isaaniif, jechuunis ilmaan Gaadii fi ilmaan Ruubeniif,+ akkasumas walakkaa gosa Minaasee+ isa ilma Yoseef taʼeef ni kenne.

  • Keessa Deebii 29:7, 8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Dhuma irrattis isin gara iddoo kanaa ni dhuftan; Sihoon mootiin Heshboonii+ fi Oog mootiin Baashaanis+ nu waraanuuf ni baʼan, nuti garuu isaan ni moone.+ 8 Sana booda, lafa isaanii fudhannee Ruubenotaaf, Gaadotaa fi walakkaa gosa Minaasotaatiif dhaalaan kennine.+

  • Iyyaasuu 13:29, 30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Kana malees, Museen walakkaa gosa Minaaseetiif, jechuunis gosa Minaasee isa walakkaadhaaf akka maatii maatii isaaniitti dhaala ni kenne.+ 30 Naannoon isaanii Mahaanaayim+ irraa jalqabee hamma guutummaa Baashaanitti, jechuunis guutummaa bulchiinsa Oog mootii Baashaan, akkasumas gandeen dunkaanotaa Yaaʼir+ warra Baashaan keessa jiran hundumaa, magaalota 60 ni dabalata.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi