LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 28:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Haa taʼu malee, ajajawwanii fi dambiiwwan isaa warra ani harʼa si ajaju kana hundumaa eeguu dhiisuudhaan sagalee Waaqa kee Yihowaa dhagaʼuu yoo didde, abaarsawwan kun baayʼinaan si irra ni gaʼu:+

  • Keessa Deebii 28:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Yihowaan siinis taʼe mootii ati of irratti muudde gara saba atis taate abbootiin kee hin beeknetti ni ariʼa;+ achittis waaqolii kan biroo warra mukaa fi dhagaa irraa tolfaman ni tajaajilta.+

  • Ermiyaas 16:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaafuu, ani biyya kana keessaa isin baasee biyya isinis taatan abbootiin keessan hin beeknetti isin nan gata;+ achitti isin waaqolii kan biroo halkanii guyyaa tajaajiluuf dirqamtu;+ sababiin isaas, ani gara laafina isinitti hin argisiisu.”’

  • Hisqiʼel 20:39
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 39 “Yaa mana Israaʼel, Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan isiniin ilaalchisee akkana jedha: ‘Tokkoon tokkoon keessan deemaatii waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼan tajaajilaa.+ Sana booda yoo na dhagaʼuu baattan ani isin nan dhiisa. Aarsaawwan keessanii fi waaqolii tolfamoo keessan warra balfamoo taʼaniin kana booda maqaa koo isa qulqulluu xureessuu hin dandeessan.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi