LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Mootota 17:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Hosheʼaan mootii taʼee waggaa saglaffaa isaatti, mootiin Asoor Samaariyaa ni qabate.+ Achiis inni namoota Israaʼel boojiʼee+ gara Asooritti geessuudhaan Haalaa fi Haaboor isa laga Goozaan+ bira jiru keessa, akkasumas magaalota Meedon keessa qubachiise.+

  • 2 Mootota 25:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Isaanis ilmaan Zedeeqiyaa ijuma isaa duratti ni gorraʼan; achiis Nebukadnezaar ija Zedeeqiyaa ni jaamse; hidhaa sibiila diimaatiin hidhees gara Baabilonitti isa fide.+

  • 2 Seenaa Baraa 33:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Yihowaan ajajjoota raayyaa waraanaa mootii Asoor isaanitti fide; isaanis Minaasee hookkoodhaan qabanii,* hidhaa sibiila diimaa lamaanis hidhanii gara Baabilonitti isa geessan.

  • 2 Seenaa Baraa 36:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Yehoyaaqiim+ yommuu mootii taʼetti umuriin isaa waggaa 25 ture; inni Yerusaalem keessa taaʼee waggaa 11f ni bulche. Wanta Waaqa isaa Yihowaa duratti hamaa taʼes ni raawwate.+ 6 Nebukadnezaar+ mootiin Baabilon qabee hidhaa sibiila diimaa lamaan hidhee gara Baabilonitti isa geessuuf isatti duule.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi