Keessa Deebii 5:32 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 32 Ammas yaa namoota nana, wanta Waaqni keessan Yihowaan isin ajaje of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Gara mirgaattis taʼe gara bitaatti hin gorinaa.+ Iyyaasuu 1:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 “Onnadhu, baayʼee cimi, guutummaa Seerichaa isa tajaajilaan koo Museen si ajaje hundumaas of eeggannoodhaan eegi. Bakka deemtu hundumaatti ogummaadhaan deddeebiʼuu akka dandeessuuf,+ isa irraa gara mirgaatti yookiin gara bitaatti hin gorin.+ Isaayyaas 30:21 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.
32 Ammas yaa namoota nana, wanta Waaqni keessan Yihowaan isin ajaje of eeggannoodhaan raawwadhaa.+ Gara mirgaattis taʼe gara bitaatti hin gorinaa.+
7 “Onnadhu, baayʼee cimi, guutummaa Seerichaa isa tajaajilaan koo Museen si ajaje hundumaas of eeggannoodhaan eegi. Bakka deemtu hundumaatti ogummaadhaan deddeebiʼuu akka dandeessuuf,+ isa irraa gara mirgaatti yookiin gara bitaatti hin gorin.+
21 Ati gara mirgaatti yookiin gara bitaatti yoo gorte,+ duuba keetiin gurri kee sagalee, “Karichi isa kana.+ Isa irra deemaa” jedhu ni dhagaʼa.