-
Hisqiʼel 18:28Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
28 Dogoggora isaa hubatee balleessaa raawwatu hundumaa irraa yoo deebiʼe dhugumaan lubbuudhaan ni jiraata. Inni hin duʼu.
-