LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Nahimiyaa 1:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 maaloo, kadhannaa ani harʼa sitti dhiheessaa jiru dhagaʼuudhaaf gurri kee kadhannaa tajaajilaan kee dhiheessu xiyyeeffannaadhaan haa dhagaʼu; ijji kees kadhannaa kanaaf kan baname haa taʼu; ani Israaʼelota warra tajaajiltoota kee taʼan ilaalchisee halkanii fi guyyaa+ kadhannaa dhiheessaa, cubbuu sabni Israaʼel si irratti raawwatanis himachaan jira. Anis taʼe manni abbaa kootii cubbuu hojjenneerra.+

  • Faarfannaa 106:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Nuti akkuma abbootii keenyaa cubbuu hojjenneerra;+

      Dogoggora raawwanneerra; hamminaanis deddeebineerra.+

  • Fakkeenya 28:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Namni balleessaa isaa dhoksu milkaaʼina hin argatu,+

      Namni balleessaa isaa himatuu fi isa dhiisu garuu araara ni argata.+

  • Daaniʼel 9:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 nuti cubbuu hojjenneerra, balleessaa fi hammina raawwanneerra, fincilleerras;+ ajajawwan kee fi murtiiwwan kee irraa gorreera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi