LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Jiraattota biyyattii warra ati gara isaanii deemaa jirtuu wajjin kakuu akka hin galle of eeggadhu;+ taʼuu baannaan garuu isaan kiyyoo sitti taʼuu dandaʼu.+

  • Keessa Deebii 7:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+

  • Keessa Deebii 20:16-18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Magaalota saboota kanaa warra Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti garuu, wanti hafuura baafatu tokko illee akka oolu hin godhin.+ 17 Kanaa mannaa, akkuma Waaqni kee Yihowaan si ajajetti isaaniin, jechuunis Heetota, Amoorota, Kanaʼaanota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota guutummaatti balleessi;+ 18 kunis, isaan wantoota jibbisiisoo waaqolii isaaniitiif godhan hundumaa akka isin hin barsiisnee fi Waaqa keessan Yihowaa irratti cubbuu akka hojjettan akka isin hin gooneefi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi