- 
	                        
            
            Keessa Deebii 33:13-15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        13 Waaʼee Yoseef akkana jedhe:+ “Yihowaan lafa isaa haa eebbisu,+ Wantoota filatamoo samiitiin, Fixeensaa fi bishaan burqaawwan lafa jalaatiin,+ 14 Wantoota filatamoo aduudhaan guddataniin, Firii filatamaa jiʼa jiʼaan argamuun,+ 15 Wantoota hunda caalaa filatamoo gaarota bara durii* irraa argamaniin,+ Wantoota filatamoo tulloota dhaabbataa taʼaniin, - 
	                        
            
            Iyyaasuu 17:17, 18Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
- 
                            - 
                                        17 Kanaafuu, Iyyaasuun mana Yoseefiin, jechuunis Efreemii fi Minaaseedhaan akkana jedhe: “Isin saba hedduu fi humna guddaa qabu dha. Isin kan argattan carraa tokko qofa miti;+ 18 kanaa mannaa, naannoon gaarotaas kan keessan ni taʼa.+ Iddoon isaa bosona taʼus, bosonicha ni cirtu; innis fiixee naannoo keessanii ni taʼa. Kanaʼaanonni ciccimoo fi gaariiwwan fardaa waraanaa haamtuu sibiilaa qaban* kan qaban taʼanis isin isaan ni ariitu.”+ 
 
- 
                                        
 
- 
	                        
            
            
 
-