-
Ermiyaas 19:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 gara Sulula Ilma Hinoom+ isa Karra Qiraacii biratti argamu sanaatti gad baʼi. Achittis dubbii ani sitti dubbadhu labsi.
-
-
Maatewos 5:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Ani garuu isinitti nan hima, namni obboleessa isaatti dheekkamee dheekkamsi isaa irraa hin qabbanoofne+ hundi mana murtiitti itti gaafatama; namni tuffiidhaan obboleessa isaatti dubbii qaanessaa dubbatu kam iyyuu Mana Murtii Walii Galaatti itti gaafatama; namni, ‘Gowwaa gatii hin qabne nana!’ isaan jedhu kam iyyuu immoo ibidda Gahaannamtu* isa eeggata.+
-