-
Keessa Deebii 7:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Gaaʼelaan isaanitti hin firoomin. Ijoollee durbaa kee ijoollee dhiiraa isaaniitiif hin kennin yookiin ijoollee durbaa isaanii ijoollee dhiiraa keetiif hin fudhatin.+
-
-
Abbootii Murtii 3:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Isaanis ijoollee durbaa isaanii ni fuudhan; ijoollee durbaa ofii isaaniis ilmaan isaaniitti ni heerumsiisan; akkasumas waaqolii isaanii tajaajiluu jalqaban.+
-