Lakkoofsa 34:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+ Lakkoofsa 34:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 Daangaan keessan karaa kibba tabba Aqraabiim+ darbuuf kallattii isaa jijjiiree hamma Ziinitti itti fufa; dhumni isaas Qaadesh Barneʼaa+ irraa gara kibbaa ni taʼa. Achiis gara Hazaar Adaaritti+ qajeelee hamma Azmoonitti itti fufa. Iyyaasuu 15:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Achiis kallattii kibbaatiin tabba Aqraabiim+ qabatee Ziin bira ni darba; itti fufuudhaanis kallattii kibbaa irraa gara Qaadesh Barneʼaatti+ ol baʼee Hesroonitti ceʼee gara Adaar erga deemee booda gara Qaarqaatti naannaʼa. Iyyaasuu 15:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.
2 “Israaʼelotaaf qajeelfama kana kenni: ‘Yommuu gara biyya Kanaʼaanitti seentan,+ biyyi Kanaʼaan inni daangaawwan isaa wajjin akka dhaalaatti isiniif kennamu kana dha.+
4 Daangaan keessan karaa kibba tabba Aqraabiim+ darbuuf kallattii isaa jijjiiree hamma Ziinitti itti fufa; dhumni isaas Qaadesh Barneʼaa+ irraa gara kibbaa ni taʼa. Achiis gara Hazaar Adaaritti+ qajeelee hamma Azmoonitti itti fufa.
3 Achiis kallattii kibbaatiin tabba Aqraabiim+ qabatee Ziin bira ni darba; itti fufuudhaanis kallattii kibbaa irraa gara Qaadesh Barneʼaatti+ ol baʼee Hesroonitti ceʼee gara Adaar erga deemee booda gara Qaarqaatti naannaʼa.
12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.