LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Leewwota 25:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 “‘Obboleessi kee yoo hiyyoomee fi lafa isaa irraa muraasa isaa yoo gurgure, firri dhihoo isaa inni furu sun dhufee wanta obboleessi isaa gurgure deebisee haa bitu.+

  • Keessa Deebii 25:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Obboloonni lama waliin kan jiraatan yoo taʼee fi isaan keessaa inni tokko ilma utuu hin dhalchin yoo duʼe, haati manaa namicha duʼe sanaa nama maatii sana irraa ala taʼetti heerumuu hin qabdu. Waarsaan ishii gara ishii dhaqee ishii haa fuudhu; wanta waarsaa irraa eegamus haa raawwatu.+ 6 Maqaan namichaa Israaʼel keessaa akka hin badneef,+ ilmi angafaa ishiin deessu maqaa obboleessa isaa isa duʼeen waamama.+

  • Ruut 2:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Yeroo kanatti Naaʼomiin haadha manaa ilma ishiitiin, “Yihowaan inni jaalala isaa isa amanamaa warra jiranittis taʼe warra duʼanitti argisiisuu+ hin dhiisne isa haa eebbisu” jette. Naaʼomiin itti fufuudhaan, “Namichi fira keenya+ isa nu furuuf* mirga qabu dha”+ jette.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi