LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 15:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Achiis Baʼaalaa irraa gara dhihaatti naannaʼee gara Gaara Seʼiiritti qajeelee, karaa kaabaatiin irraan gadee Gaara Yeʼariim, jechuunis Kesaalon bira ni darba; achiis gara Beet Sheemeshitti+ gad buʼee Timnaa+ bira ni darba.

  • Iyyaasuu 15:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Daangaan karaa dhihaa Galaana Guddaa*+ fi qarqara isaa ti. Daangaan sanyii Yihudaa akka maatii maatii isaaniitti kallattii hundumaatiin kana ture.

  • Iyyaasuu 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.

  • Iyyaasuu 21:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Aayin+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Yuutaa+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, akkasumas Beet Sheemesh iddoowwan dheedichaa ishii wajjin isaaniif ni kennan; gosoota lamaan kana keessaa magaalota sagal isaaniif ni kennan.

  • 2 Seenaa Baraa 28:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Filisxeemonnis+ magaalota Shefelaa+ fi magaalota Negeeb warra Yihudaatti argaman weeraranii Beet Sheemeshiin,+ Ayilooniin,+ Gederootiin, Sookoo fi magaalota ishii jalatti* argaman, Timnaa+ fi magaalota ishii jalatti argaman, akkasumas Gimzoo fi magaalota ishii jalatti argaman qabatanii achi jiraatan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi