-
1 Saamuʼel 9:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Boru gara saʼaatii kanaatti, ani nama biyya Biiniyaamii+ dhufe tokko gara keetti nan erga. Atis saba koo Israaʼel irratti geggeessaa godhii isa muudi;+ inni saba koo harka Filisxeemotaa jalaa ni oolcha. Ani gadadoo saba kootii argeera; iyyi isaaniis na bira gaʼeera.”+ 17 Saamuʼel yommuu Saaʼoliin argu, Yihowaan, “Namni ani, ‘Inni saba koo bulchu* isa dha’ jedhee sitti hime sun isa kana” isaan jedhe.+
-