-
1 Saamuʼel 18:10, 11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Guyyaa itti aanutti hafuurri hamaan Waaqayyo biraa dhufe Saaʼoliin qabate;+ Daawitis akkuma yeroo kaanii baganaadhaan utuu muuziqaa taphachaa jiruu+ Saaʼol mana isaa keessatti amala adda taʼe argisiisuu* jalqabe. Yeroo kanatti Saaʼol harka isaatti eeboo qabatee ture;+ 11 inni, ‘Daawitiin girgiddaattan maxxansa!’ jedhee yaaduudhaan eeboo isaa darbate.+ Daawit garuu siʼa lama isa jalaa ni miliqe.
-
-
1 Saamuʼel 23:15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
15 Daawit lafa onaa Ziif isa Hooreshitti argamu keessa yommuu turetti, Saaʼol lubbuu isaa balleessuu barbaadaa akka jiru ni hubate.*
-