LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 17:23-27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Ammas, yaa Yihowaa, waadaan tajaajilaa kee fi mana isaa ilaalchisee galte bara baraaf haa raawwatamu; akkuma waadaa galtettis raawwadhu.+ 24 Namoonni, ‘Yihowaan Gooftaan Raayyaa, Waaqni Israaʼel, Israaʼel irratti Waaqa dha’ akka jedhaniif, maqaan kee bara baraaf jabaatee haa dhaabbatu; olis haa qabamu;+ manni tajaajilaa kee Daawitis si duratti jabaatee haa dhaabbatu.+ 25 Yaa Waaqa koo, mana isaaf ijaaruuf* kaayyoo akka qabdu tajaajilaa keetiif ibsiteetta. Tajaajilaan kee kadhannaa kana sitti dhiheessuuf kan onnates kanaafi. 26 Ammas yaa Yihowaa, ati Waaqa dhugaa dha; wantoota gaggaarii kana tajaajilaa keetiif gochuudhaaf waadaa galteetta. 27 Kanaafuu, mana tajaajilaa keetii eebbisi; bara baraafis si dura haa jiraatu; yaa Yihowaa, ati mana tajaajilaa keetii waan eebbisteef, manni isaa bara baraaf kan eebbifame dha.”

  • Faarfannaa 89:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Tajaajilaa koo Daawitiin nan argadhe;+

      Zayitii koo isa qulqulluudhaanis isa nan dibe.+

  • Faarfannaa 89:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Bara baraaf jaalala koo isa amanamaa isatti nan argisiisa,+

      Kakuun isaa wajjin gales matumaa hin diigamu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi