Faarfannaa 89:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Tajaajilaa koo Daawitiin nan argadhe;+Zayitii koo isa qulqulluudhaanis isa nan dibe.+ Faarfannaa 89:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+ Faarfannaa 132:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Ilmaan kee kakuu koo fiYaadachiisawwan koo warra ani isaan barsiisu yoo eegan,+Ilmaan isaaniisBara baraaf teessoo kee irra ni taaʼu.”+
36 Sanyiin isaa bara baraaf jabaatee dhaabbata;+Teessoon isaas akkuma aduu na duratti jabaatee dhaabbata.+
12 Ilmaan kee kakuu koo fiYaadachiisawwan koo warra ani isaan barsiisu yoo eegan,+Ilmaan isaaniisBara baraaf teessoo kee irra ni taaʼu.”+