1 Saamuʼel 26:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Achiis Daawit Ahimelek Heetichaan,+ akkasumas Abishaay+ isa ilma Zeruuyaa+ fi obboleessa Yoʼaab taʼe sanaan, “Eenyutu anaa wajjin gara buufata Saaʼolitti gad buʼa?” jedhe. Abishaayis, “Ani sii wajjin gad nan buʼa” jedhee isaaf deebise. 2 Saamuʼel 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture. 2 Saamuʼel 23:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab ilmi Zeruuyaa+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+ 1 Seenaa Baraa 2:15, 16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 15 ilma isaa isa jaʼaffaa Ozeemiin, akkasumas ilma isaa isa torbaffaa Daawitiin+ dhalche. 16 Obboleettonni isaanii Zeruuyaa fi Abigaayil+ turan. Ilmaan Zeruuyaa sadan, Abishaay,+ Yoʼaabii+ fi Asaahel+ turan.
6 Achiis Daawit Ahimelek Heetichaan,+ akkasumas Abishaay+ isa ilma Zeruuyaa+ fi obboleessa Yoʼaab taʼe sanaan, “Eenyutu anaa wajjin gara buufata Saaʼolitti gad buʼa?” jedhe. Abishaayis, “Ani sii wajjin gad nan buʼa” jedhee isaaf deebise.
18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture.
18 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab ilmi Zeruuyaa+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+
15 ilma isaa isa jaʼaffaa Ozeemiin, akkasumas ilma isaa isa torbaffaa Daawitiin+ dhalche. 16 Obboleettonni isaanii Zeruuyaa fi Abigaayil+ turan. Ilmaan Zeruuyaa sadan, Abishaay,+ Yoʼaabii+ fi Asaahel+ turan.