2 Saamuʼel 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture. 2 Saamuʼel 3:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Akka kanaan, Yoʼaabii fi obboleessi isaa Abishaay,+ Abneer+ waraana Gibeʼonitti godhame irratti obboleessa isaanii Asaaheliin waan ajjeeseef+ isa ni ajjeesan. 2 Saamuʼel 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Asaahel+ obboleessi Yoʼaab namoota soddomman keessaa tokko ture; namoonni soddomman kanneen kana dabalatu: Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+
18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture.
30 Akka kanaan, Yoʼaabii fi obboleessi isaa Abishaay,+ Abneer+ waraana Gibeʼonitti godhame irratti obboleessa isaanii Asaaheliin waan ajjeeseef+ isa ni ajjeesan.
24 Asaahel+ obboleessi Yoʼaab namoota soddomman keessaa tokko ture; namoonni soddomman kanneen kana dabalatu: Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+