-
2 Saamuʼel 2:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Inni garuu isa biraa deebiʼuu waan dideef, Abneer jinfuu eeboo isaatiin garaa isaa waraane;+ eeboon sunis karaa dugda isaa baʼe; innis achumatti kufee yeruma sana duʼe. Namni bakka Asaahel kufee itti duʼe dhufu hundi takka achi ni dhaabbata ture.
-
-
1 Seenaa Baraa 27:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
27 Lakkoofsi Israaʼelotaa, jechuunis kan dura buutota manneen abbootii, kan ajajjoota kumaa fi kan ajajjoota dhibbaa,+ akkasumas kan geggeessitoota isaanii warra gareewwan waggaa guutuu jiʼa jiʼaan galanii fi baʼan hunda geggeessuudhaan mooticha tajaajilan+ sanaa kana dha; tokkoon tokkoon gareewwanii keessatti namoota 24,000 turan.
-