2 Saamuʼel 2:18 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture. 2 Saamuʼel 23:8 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese. 2 Saamuʼel 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Asaahel+ obboleessi Yoʼaab namoota soddomman keessaa tokko ture; namoonni soddomman kanneen kana dabalatu: Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+
18 Ilmaan Zeruuyaa sadan,+ Yoʼaab,+ Abishaayii+ fi Asaahel+ achi turan; Asaahel akka borofa dirree keessa jirtuutti saffisaan fiiga ture.
8 Maqaan loltoota jajjaboo+ Daawit kanneen kana dha: Yosheeb Baashebet Hakmoonicha isa dura buʼaa warra sadanii taʼe.+ Inni eeboo isaa mirmirsee takkaatti namoota 800 ajjeese.
24 Asaahel+ obboleessi Yoʼaab namoota soddomman keessaa tokko ture; namoonni soddomman kanneen kana dabalatu: Elhaanaan ilma Doodoo Beetaliheemichaa,+