LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 2 Saamuʼel 2:5, 6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 Kanaafuu, Daawit gara namoota Yaabeesh Giiliyaaditti ergamtoota ergee akkana isaaniin jedhe: “Isin isa awwaaluudhaan gooftaa keessan Saaʼolitti jaalala amanamaa waan argisiistaniif Yihowaan isin haa eebbisu.+ 6 Yihowaan jaalala amanamaa fi amanamummaa isinitti haa argisiisu. Isin kana waan gootaniif anis gaarummaa isinitti nan argisiisa.+

  • Faarfannaa 25:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Warra kakuu+ isaa fi yaadachiisawwan+ isaa eeganiif,

      Daandiiwwan Yihowaa hundi jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa mulʼisu.

  • Faarfannaa 57:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Inni samii irraa gargaarsa ergee na oolcha.+

      Isa wanta nama miidhu natti dubbatus abdii kutachiisa. (Seelaa)

      Waaqayyo jaalala isaa isa amanamaa fi amanamummaa isaa ni erga.+

  • Faarfannaa 61:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  7 Inni bara baraaf Waaqayyo dura teessoo irra taaʼa;*+

      Akka isa eeganiif, jaalala amanamaa fi amanamummaa isaaf ajaji.*+

  • Faarfannaa 89:14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 14 Qajeelummaa fi haqni hundee teessoo keetii ti;+

      Jaalalli amanamaanii fi amanamummaan si dura dhaabbatu.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi