LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 10:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Yeroo Yihowaan Israaʼelota duratti Amoorota injifatetti Iyyaasuun Israaʼelota duratti Yihowaadhaan akkana jedhe:

      “Yaa aduu, Gibeʼon+ irratti dhaabbadhu!+

      Yaa addeessaa, Sulula* Ayiloon irratti dhaabbadhu!”

  • Iyyaasuu 18:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Magaalonni gosti Biiniyaam akka maatii maatii isaaniitti argatan kanneen kana turan: Yerikoo, Beet Hoglaa, Eemeeq Qeziiz,

  • Iyyaasuu 18:25
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 25 Gibeʼon,+ Raamaa, Beʼeerot,

  • Iyyaasuu 21:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Akka kanaan Israaʼelonni akkuma Yihowaan karaa Musee ajajee turetti,+ magaalota kanaa fi iddoowwan dheedichaa isaanii carraadhaan Leewwotaaf ni kennan.

  • Iyyaasuu 21:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Gosa Biiniyaam keessaa, Gibeʼon+ iddoowwan dheedichaa ishii wajjin, Geebaa iddoowwan dheedichaa ishii wajjin,+

  • 2 Saamuʼel 20:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Dhagaa guddaa Gibeʼon+ keessatti argamu bira yommuu gaʼanis Amaasaan+ isaan simachuu dhufe. Yeroo kanatti Yoʼaab uffata waraanaa isaa uffatee, goraadee manʼee isaa keessa jirus mudhii isaatti hidhatee ture. Yommuu fuulduratti tarkaanfatus goraadeen sun manʼee isaa keessaa ni kufe.

  • 2 Seenaa Baraa 1:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Bakki sun iddoo dunkaanni walgaʼii Waaqa dhugaa, jechuunis dunkaanni Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe lafa onaa* keessatti hojjete itti argamu waan tureef, Solomoonii fi guutummaan gumichaa gara iddoo ol kaʼaa Gibeʼonitti+ argamu sanaa ni dhaqan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi