LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Saamuʼel 26:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Achiis Daawit Ahimelek Heetichaan,+ akkasumas Abishaay+ isa ilma Zeruuyaa+ fi obboleessa Yoʼaab taʼe sanaan, “Eenyutu anaa wajjin gara buufata Saaʼolitti gad buʼa?” jedhe. Abishaayis, “Ani sii wajjin gad nan buʼa” jedhee isaaf deebise.

  • 2 Saamuʼel 10:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namoonni hafan immoo ajaja* obboleessa isaa Abishaay+ jala taʼanii Amoonota+ waraanuuf akka hiriiran godhe.

  • 2 Saamuʼel 23:18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 18 Abishaay+ obboleessi Yoʼaab ilmi Zeruuyaa+ dura buʼaa namoota kan biroo sadii ture; inni eeboo isaa mirmirsee namoota 300 ni ajjeese; akkuma namoota sadaniis beekamaa ture.+

  • 1 Seenaa Baraa 18:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Abishaay+ ilmi Zeruuyaa+ Sulula Soogiddaa keessatti Edoomota 18,000 ni ajjeese.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi