-
Abbootii Murtii 15:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 Achiis Saamson akkana jedhe:
“Lafee mangaagaa harreetiin tuullaa irratti tuullaa nan dabale!
Lafee mangaagaa harreetiin namoota 1,000 nan ajjeese.”+
-
-
1 Saamuʼel 14:6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kanaafuu, Yonaataan namicha meeshaa waraanaa isaaf baatu sanaan, “Kottu, gara buufata loltootaa warra dhaqna hin qabanne+ sanaatti haa ceenu. Yihowaan namoota hedduutti yookiin namoota muraasatti fayyadamee oolchuu irraa wanti isa dhowwuu dandaʼu waan hin jirreef, tarii Yihowaan nuuf jedhee tarkaanfii ni fudhata taʼa” jedhe.+
-