2 Saamuʼel 15:31 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe. 2 Saamuʼel 16:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Bara sanatti gorsi Ahitoofel+ kennu, akka dubbii Waaqa dhugaatti* ilaalama ture. Gorsi Ahitoofel kennu hundi Daawit birattis taʼe Abishaalom biratti bakka guddaa qaba ture. 2 Saamuʼel 17:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 Ahitoofel gorsi isaa fudhatama akka dhabe yommuu argu, harree isaa feʼatee gara mana isaa isa magaalaa inni keessa jiraatu keessatti argamuu dhaqe.+ Maatii isaatiif qajeelfama erga kennee+ boodas of fannise.*+ Inni akka kanaan ni duʼe; iddoo awwaalchaa abbootii isaattis ni awwaalame. 1 Seenaa Baraa 27:33 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 33 Ahitoofel+ gorsituu mootichaa yeroo taʼu, Hushaay+ Arkichi immoo michuu mootichaa* ture.
31 Namoonni, “Ahitoofelis warra Abishaalomii+ wajjin sitti malan+ keessaa tokko dha” jedhanii Daawititti himan. Yeroo kanatti Daawit, “Yaa Yihowaa,+ maaloo, gorsa Ahitoofel gara gowwummaatti+ jijjiiri!” jedhe.
23 Bara sanatti gorsi Ahitoofel+ kennu, akka dubbii Waaqa dhugaatti* ilaalama ture. Gorsi Ahitoofel kennu hundi Daawit birattis taʼe Abishaalom biratti bakka guddaa qaba ture.
23 Ahitoofel gorsi isaa fudhatama akka dhabe yommuu argu, harree isaa feʼatee gara mana isaa isa magaalaa inni keessa jiraatu keessatti argamuu dhaqe.+ Maatii isaatiif qajeelfama erga kennee+ boodas of fannise.*+ Inni akka kanaan ni duʼe; iddoo awwaalchaa abbootii isaattis ni awwaalame.