LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 4:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Inni kana kan godhe, saboonni lafa irraa hundi harki Yihowaa hammam jabaa akka taʼe akka beekaniif,+ akkasumas isin yeroo hunda Waaqa keessan Yihowaa akka sodaattaniifi.’”

  • 1 Saamuʼel 17:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Harʼa Yihowaan harka kootti dabarsee si kenna;+ anis si ajjeesee mataa kee si irraa nan mura; guyyaa kanattis reeffa raayyaa Filisxeemotaa allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaatiif nan kenna; namoonni lafa irra jiran hundis Israaʼel keessa Waaqni akka jiru ni beeku.+

  • Hisqiʼel 36:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 Yihowaan Gooftaa Ol Aanaan akkana jedha: ‘Ani maqaa koo isa guddaa isa saboota gidduutti xureeffame, isa isin isaan gidduutti xureessitan dhugumaan nan qulqulleessa;+ yommuun isin gidduutti qulqulluu taʼuu koo ija isaanii duratti argisiisuttis, saboonni ani Yihowaa taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.+

  • Hisqiʼel 39:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Maqaan koo inni qulqulluun saba koo Israaʼel gidduutti akka beekamu nan godha; kana booda ani maqaan koo inni qulqulluun akka xuraaʼu hin heyyamu; saboonnis Israaʼel keessatti ani Yihowaa Isa Qulqulluu+ taʼuu koo dhugumaan ni hubatu.’+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi