LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 9:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Haa taʼu malee, ati lubbuudhaan akka jiraattu kanan godhe, humna koo sitti argisiisuuf, akkasumas maqaan koo guutummaa lafaa irratti akka labsamu gochuufi.+

  • Baʼuu 15:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Yaa Yihowaa, harki kee inni mirgaa humna guddaa qaba;+

      Yaa Yihowaa, harki kee inni mirgaa diina caccabsuu dandaʼa.

  • Keessa Deebii 28:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Namoonni lafa irraa hundi ati maqaa Yihowaatiin akka waamamte ni argu,+ si sodaatus.+

  • 1 Saamuʼel 17:46
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 46 Harʼa Yihowaan harka kootti dabarsee si kenna;+ anis si ajjeesee mataa kee si irraa nan mura; guyyaa kanattis reeffa raayyaa Filisxeemotaa allaattiiwwan samiitii fi bineensota lafaatiif nan kenna; namoonni lafa irra jiran hundis Israaʼel keessa Waaqni akka jiru ni beeku.+

  • 2 Mootota 19:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Amma garuu yaa Waaqa keenya Yihowaa, mootummoonni lafa irraa hundi ati qofti Waaqa taʼuu kee akka beekaniif, maaloo yaa Yihowaa, harka isaa jalaa nu oolchi.”+

  • Faarfannaa 106:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  8 Inni garuu maqaa isaatiif jedhee,+

      Jabina isaas beeksisuuf jedhee isaan oolche.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi