1 Mootota 3:28 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+ Lallaba 12:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Sassaabdichi ogeessa taʼuu qofa utuu hin taʼin, wanta beekus utuu wal irraa hin kutin namoota barsiiseera;+ kana malees, fakkeenyota hedduu walitti qabuuf* irratti yaadeera, qorannaa guddaas godheera.+
28 Kanaan kan kaʼes, Israaʼelonni hundi waaʼee murtii mootichi dabarse kanaa ni dhagaʼan; inni murtii haqaa akka kennuuf Waaqayyo ogummaa akka isaaf kenne+ waan arganiif, mooticha ni kabajan.*+
9 Sassaabdichi ogeessa taʼuu qofa utuu hin taʼin, wanta beekus utuu wal irraa hin kutin namoota barsiiseera;+ kana malees, fakkeenyota hedduu walitti qabuuf* irratti yaadeera, qorannaa guddaas godheera.+